Manneen Gandaa Seeraan Ala Qabaman Adda Baafamaa Jiru- Iniinar Taakkalaa

-Manneen gandaa seeraan ala qabaman adda baafamanii harka qalleeyyidhaaf ni dabarfamu jjedhan itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa.

Kutaalee bulchiinsa magaalaa Finfinnee hundatti hojiin qulqulleessuu hojjetamaa jiraachuus ibsaniiru.

Kutaa bulchiinsa magaalaa Qiirqoositti torbee 1 qofatti manneen gandaa 150 argamaniiru.

Manneen kanneenis torbee itti aanu kanatti harka qalleeyyidhaaf kan dabarfaman ta’u jedhaniiru.