Oct 8, 2018
Caffeen Oromiyaa walgahii addaa kale taa’een muudama itti gaafatamtoota haaraa dhiyaate raggaasiseera.
Haaluma kanaan;
- Dr. Girmaa Amantee Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantitti itti gaafatamaa damee Qonnaa.
- Obbo Ahmad Tuusaa sadarkaa itti aanaa preezdaantitti itti gaafatmaa damee dinaagdee.
- Aadde Xaayibaa Haasan sadarkaa itti aantuu preezdaantii naannoo Oromiyaatti itti gaafatamtuu damee hawaasummaa
- Obbo Assagid Geetachoo Itti gaafatamaa waajjira preezdaantii.
- Aadee Munaa Ahmad Itti gaafatamtuu Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggoo.
- Obbo Admaasuu Daamxoo Itti gaafatamaa Biiroo Dhiimmoota Komunikeeshiinii Mootummaa.
- Dr. Garramoo Hulluuqaa Itti gaafatamaa Biiroo Aada fi Turiizmii.
- Obbo Xilaahun Makuriyaa Itti gaafatamaa misooma Industirii fi Interpiraayizii
- Dr. Injinaar Fiqaaduu Tufaa Itti gaafatmaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii.
- Dr. Milkeessaa Miidhagaa Itti gaafatmaa Biiroo Bulchiinsaa fi Ittii Fayyadama Lafaa.
- Obbo Eebbaa Garbaa Itti gaafatmaa Biiroo barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa.
- Obbo Mulaatuu Tsiggee Itti gaafatmaa Biiroo Daldalaa
- Addee Fatiyaa Mohaammad Itti gaafatamtuu Biiroo Dhimma Hojjetaafi Hawaasummaa.
- Aadde Caaltuu Saanii Daarektara Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa.
- Obbo Dhaabaa Dabalee Itti gaafatmaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Umamaa.
- Obbo Tashoomaa Girmaa Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa ta’uun muudamaniiru