Trending
- Ilma Abbaa Gadaa Bitootessaa hanga Bitootessaatti
- Prees Sakreetariin hojii eegale
- Hoggansi haaraa SDTUG dhimma dhuunfaafi gosummaa keessaa bahuun rakkoo ummataa hiikuu akka qaban MM Dr. Abiy ibsani
- Dhaamsa Qeerroo hundaaf Dr. Lamma Magaarsa
- Addi Bilisummaa Sabuummaa Ogaaden karaa nagaan qabsaa’uf walii gale
- Dargaggoonni Xollaayyitti leenjii irra turan gadhiifaman
- Miseensonni raayyaa ittisaa gara masaraa akka deeman kan kakaasan to’atamu akka qaban Janaraal Sa’ira Makoonnan beeksisan
- Walharkaa fuudhinsi Paarkii indaastirii Jimmaa marsaa jalqabaa Onkololeessa 5 ni gaggeeffama
- Caffeen muudama hoggantoota 16 raggaasise
- Abbootin Gadaa fi jaarsoliin Gaamoo Burraayyutti sirna araara raawwatan
Haala Tibbanaa Oromiyaa
Haala Tibbanaa Oromiyaa
Karaa marsaalee miidiyaa hawaasaatiin tibbana waamichi lagannaa gabaa guutuu Oromiyaa keessatti waamamaa…
Angawaa Oromiyaa: Karaa Nagaan Mormuun Mirga, Hokkara Kakaasuun garu Yakka
WAASHINGITAN, DIISII —
Oromiyaa keessatti mormiin lagannaa gabaatiin gaggeeffamu har’a guyyaa sadaffaaf itti fufuu isaa…
Birgaadeer Jeneraal Taaddasaa Birruu
Birgaadeer Jeneraal Taaddasaa Birruu godina Shawaa Kaabaa Salaale aanaa Hidhabuu Abootetti Siree Madihaane’aalamii iddoo…
Haramaayaatti buufanni konkolaataa dhabamuun sochii geejibaarratti dhiibbaa uumera
Haramaayaatti buufanni konkolaataa dhabamuun sochii geejibaarratti dhiibbaa uumuu isaa jiraattonnii fi konkolaachistoonni himan.…
Galaanii fi Laga Xaafoo Laga Daadhiitti mootummaa fi ummata Birrii biiliyoona 5 ol kan dhabsiisan…
Galaanii fi Laga Xaafoo Laga Daadhiitti namoonni malaammaltummaan mootummaa fi ummata Birrii biiliyoona 5 ol dhabsiisan…
Bara baajataa 2009 galiin daldala alaa huccuurraa argame karooraa gadi
Bara baajataa 2009 galiin daldala alaa damee huccuurraa argame karooraa gadi ta’eera.
Raawwii karoora isaarrattis…
Magaalaa shaashamanneetti rakkooleen bulchiinsa garii manneen Gandaa wajjin walqabatee ummata…
Magaalaa shaashamanneetti rakkooleen bulchiinsa garii manneen Gandaa wajjin walqabatee ummata komachiisaa ture sirreessuun eegalame.…