http://www.abbaabiyya.com

MM Dooktar Abiyyi Ahimad bakka buutota ummata naannoo Somaalee mariisisan

768

Dooktar Abiy bakka buutota hawaasaa, hoggansa jijjiirramaa fi abbootii amantaa naannichaa waliin haala yeroo naannoo Somaalee fi Ityoophiyaarratti mari’ataniiru.
Hirmaattonni waltajjichaa taarkaanfiin fudhatamee olaantummaan seeraa akka kabajamu gaafataniiru.

Muummee ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad obsa ummata naannichaa dinqisiifataniiru.
Waldandeettii fi mariidhan waliin hojjechaa olaantummaa seeraa kabachiisun murteessaa ta’uu ibsaniiru.

Comments are closed.