http://www.abbaabiyya.com

Daangaan Buree – Dubaay Siimaa ifaatti baname.

769

Daangaan Buree – Dubaay Siimaa ifaatti baname.

Debay Sima – Burre border official opened

MM Dooktar Abiyyi Ahimad fi Preezdaantin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii Daangaa Buree – Dubaay Siimaa ifaatti banan.

Dureewwan lamaan ayyaana bara haaraa sababeeffachudhaani daangicha kan banan.

Daangichi banamuun tajaajila geejjibaa biyyoota lamaan gidduutti adda citee ture akka eegalamu taasisa.
Baniinsa daangichaa booda gara Asmaraa imalaniiru.

Turtii Asmaraa booda gara Zalambassaa imaluun daangaa biyyoota lamaan gidduutti waggoottan 20 darbaniif adda cite ture ifaatti kan banan ta’uu ibsame jira.

PM Abiy Ahmed & President Isaias Afwerki today officially opened the Debay Sima – Burre border.

Road links between Ethiopia and Eritrea will be operational, opening the gate for cross border movement of people and goods.

ጠቅላይ ሚንስትር አብይ አህመድ እና ፕሬዚዳንት ኢሳያስ አፈወርቂ ዛሬ በአዲሱ ዓመት የመጀመሪያ ቀን በምስራቅ በኩል ከአፋር ክልል ጋር በሚያዋስነው በቡሬ ግንባር እና በሰሜን ኢትዮጵያ በኩል ከትግራይ ክልል ጋር በሚያዋስነው በዛላንበሳ ግንባር በአካል በመገኘት የሁለቱንም አገራት የሰራዊት አባላት ከጎበኙ በሁዋላ ደባይሲማ- ቡሬ እና ሰራሃ-ዛላምበሳ ድንበሮች ለተሽከርካሪ ክፍት መሆናቸውን አብስረዋል::

Comments are closed.