http://www.abbaabiyya.com

Ergaa baga nagayaan geessanii Kabajamoo Dr Abiy Ahmad ayyaana Irreechaa sabeeffachuudhaan dabarsan.

707

Ministra Muummee Mootummaa Feederaalawaa Dimokraatawa Ripabilika Itiyoophiyaa ayyaana Irreechaa sabeeffachuudhaan dabarsan Duudhaa sirna Gadaatiin Oromummaa Biyyaan faayoomsina Irreechi Jaalalaaf Tokkummaaf Kabajamaa ummata Oromoo, hunda dura baga guyyaa jaalalaafii kabajaa ulfinni sabummaafi namummaa, qulqullummaafii aantummaa itti calaqqisu kanaan si gahe, nu gahe Irreechi Duudhaan dhaloota Oromummaa Gadaan biqile guyyaa nageenya itti labsatee, dhaloota isaa qe’ee eeguun sirna tumatee gootummaa isaan fakkeeffatu Oromummaadhaaf guyyaa addaati.

Comments are closed.