http://www.abbaabiyya.com

Gamtaan Afrikaa fi DhMG haala gaarii Gaanfa Afrikaa dinqisiifatan

354

Gamtaan Afrikaa fi DhMG haala gaarii Gaanfa Afrikaa dinqisiifatan

Sep 25, 2018

Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman haala gaarii Gaanfa Afrikaatti muul’achaa jiru dinqisiifatan.

 

Dhaabbileen lamaan biyyoota gaanfa Afrikaa giddu mariin nageenyaa erga eegalamee kaasee nagaa fi tasgabbiin bu’aa jiraachuu kaasaniiru.

 

Tumsi nagaa fi tasgabbii Gamtaa Afrikaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waltajjii waliinii 15ffaa Niiw Yoorkitti gaggeefamera.

 

Waltajjichaan jijjiirramni naannoo Gaanfa Afrikaatti muul’achaa jiru, naannolee Afrikaa kaanifis fakkeenya gaaridha jedhameera. Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman haala gaarii amma baha Afrikaatti muul’achaa jiru itti fufsiisudhaaf deeggarsa barbaachisaa kan taasisan ta’uus ibsaniiru.

Comments are closed.