http://www.abbaabiyya.com

Geggeessummaan ta’anii argamuudha!

838

kantiibaan magaalaa Finfinnee Injiiner Taakkalaa Uumaa namoota galii gad-aanaa qabaniifi haala kenniinsa tajaajila geejjiba “Ambassaa Baasii” magaalichaa ilaaluuf namoota geejjiba baasichatti gargaaraman waliin fayyadamaniiru. Fayyadamtoota baasichaas dubbisaniiru.
Dabalataanis, baraa haaraa kana sababeeffachuun namoota galii gad-aanaa qabaniif “tikeeta baasii” magaalichaa waggaa tokkoof akka itti fayyadamaniif irra deemanii kennaniiruuf. Hanqinoota kenniinsa taajaajila “Ambassaa baasii” magaalichaa waliin wal qabatus akka sirratuuf hojjechuu akka qaban dubbataniiru.
Geggeessummaan hawaasa sadarkaa hundatti jiru waliin akkasitti itti dhiyeedhaan tajaajiluufi waan keessa jiranis qooddachuun ta’uu qaba.
Hoggantoonni sadarkaa hundarra jirru haala ummanni keenya keessa jiru itti dhiyeenyaan yoo baarre geggeessuuf baay’ee nun dhibu.

Comments are closed.