http://www.abbaabiyya.com

Godiina Harargee Dhiyaa Keessatti Angawaan Oromiyaa Marii Gaggeessaa Jiru

710

Jiraattoni godina Harargee Lixaa kan gaafane geggeessa haala qabatamaa naannichaa beekee rakkoo keessaa nu baasu malee dhimma naannumaa hin kaasne jedhan.

Manguddoni godinichaa guyyaa hardhaa I/A Preezdaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adde Xayyibaa Hasan waliin mari’achuun isaanii fi guyyaa boriif ammo dargaggota waliin mariin beellamamuu isaa himamee jira.

Comments are closed.