http://www.abbaabiyya.com

Halellaa Afgaanistanitti Raawwatameen Namootni 68 Du’an

1,067

Afgaanistaan lixa Naangaarhaaritti haleellaa namoota hiriira bahan irratti raawwatameen namootni 68 yoo du’uu himameera.

Namoota du’anin alaatti 165 irra miidhan garaa garaa gahuu mootummaan biyyatti ibseera.

Namootni hiriira bahan ganda Achiin jedhamu keessaa kan bahan yoo ta’u, sabaabiin isaas jijjiirraa Poolisii taasifameen wal qabateeti jedhame.

Haleellan raawwatame kun baay’ee sukkaneessaa ta’uu himameera.

Madda: Aljeeziraa

Comments are closed.