http://www.abbaabiyya.com

Hoggansii Fi Jilli Arbanyooch G7 Booru Finfinnee Gala

329
Finfinnee, Qaammee 3,2010(FBC)-Hoggansii fi jilli Warraaqsa Tokkummaa fi Dimokraasii Arbanyooch G7 booru Finfinnee gala.
 
Hagayya 26,2010 Arbanyooch Ginboot 7 buufatasaa Eertiraa cufuudhan gara Ityoophiyaa galuun isaa ni yaadatama.
Dhaabbatichi kanaan dura marii mootummaa waliin gaggeessen, qabsoo hidhannoo dhaabudhaan karaa nagayaa biyya keessatti socho’uuf murteessun isaa ni yaadatama.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad taayitaatti ega dhufaniin booda biyyattiitti jijjiirramni siyaasaa dhufaa jiraachun dhugaadha.
Dhaabbatichis gara biyyaa galee ummatatti makamuuf kan murteesse jijjiirrama dhufaa jiruuf beekamtii laachudhaani.

Comments are closed.