http://www.abbaabiyya.com

Mariin galateeffannaa fi tokkummaa Arbaaminci bu’uura tokkummaafi jaalalaa ijaaruun karaa diina qaanessuun milkaa’inaan xummurameera

433

Ummanni Gaamoo simannaa jila Oromiyaarraa deemeef taasiserraa jalqabee jaalalaafi tokkummaa Ummata Oromoo waliin qaban qabatamaadhaan agarsiisaniiru
Marii taasifame keessattis jaalalli, tokkummaan, waldanda’anii waliin jiraachuufi nageenyi kaleessas kan ture borus fulla’iinsaan jiraachuu kan qabufi shira diinaatiin gufachuu hin qabu kan jedhu irratti gama lamaaninuu ejjennoo cimaan irratti qabatameera.
Qeerroowwanii fi abbootiin Gadaa guddummaa jaarsolii Gaamoo galateeffachuu, tokkummaafi jaalala ijaaruuf gara Arbaaminc deemanis ebbaan bahanii milkaa’inaan xummuraniiru.

Comments are closed.