http://www.abbaabiyya.com

PMNO Dooktara kabajaa Lammaa Magarsaa Ayyaana Irreechaaf ergaa baga geessan dabarsan

778

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktara kabajaa Lammaa Magarsaa Ummata Oromoo hundaaf ayyaana Irreechaa ummata Oromoo biratti iddoo addaa qabu kanaaf baga geessan jedhaniiru. Ayyaana Irreechaa bara kana kabajnu bifa qindaawaafi bifa dinqisiifannaa qabuun ummanni hundi abbootiin Gadaa, qeeroofi qarreen hundi bifa Aadaasaa calaqqisuun ta’uu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktara Kabajaa Lammaa Magarsaa ibsaniiru.

Comments are closed.