http://www.abbaabiyya.com

Raayyaan Ittisaa biyya keenyaa fi Kan biyyaa Ertiraa jaalalaan daangaa irratti waliin socho’aa jiru

1,019

Raayyaan Ittisaa biyya keenyaa fi Kan biyyaa Ertiraa jaalalaan daangaa irratti waliin socho’aa jiru.

የኢትዮጵያ ና ኤርትራ ወታደሮች ድንበር ላይ ተደምረዋል
============================
Erga qabsoo hadhaawwaa ummata keenyaan taasifamee booda jijjiiramni dhufe naannoo fi biyya kenya bira darbee biyyoota ollaatifis bu’aa guddaa buusaa jira.

Seenaan baroota dheeraa har’a geeddaramee Raayyaan Ittisaa biyya keenyaa fi Kan biyyaa Ertiraa bara haaraa kanatti jaalalaan daangaa irratti waliin socho’aa jiru.

የኢትዮጵያ ና ኤርትራ ወታደሮች ድንበር ላይ ተደምረዋል

ህልም ይመስል የነበረው የሁለት አገራት እና ህዝቦች ግንኙነት እውን እየሆነ ነው።

በፎቶው የምታዩት የሁለቱ አገራት ወታደሮች በጋራ በአዲስ አመት ህዝብ ለማገናኝት በጋራ የልዩነት ግንቡን እያፈረሱ እና መንገዱ ለሰው ደህንነት ምቹ እየረጉ ውለዋል::

Comments are closed.