http://www.abbaabiyya.com

Caffeen muudama hoggantoota 16 raggaasise

1,285

Oct 8, 2018

Caffeen Oromiyaa walgahii addaa kale taa’een muudama itti gaafatamtoota haaraa dhiyaate raggaasiseera.

Haaluma kanaan;

  1. Dr. Girmaa Amantee Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantitti itti gaafatamaa damee Qonnaa.
  2. Obbo Ahmad Tuusaa sadarkaa itti aanaa preezdaantitti itti gaafatmaa damee dinaagdee.
  3. Aadde Xaayibaa Haasan sadarkaa itti aantuu preezdaantii naannoo Oromiyaatti itti gaafatamtuu damee hawaasummaa 
  4. Obbo Assagid Geetachoo Itti gaafatamaa waajjira preezdaantii.
  5. Aadee Munaa Ahmad Itti gaafatamtuu Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggoo.
  6. Obbo Admaasuu Daamxoo Itti gaafatamaa Biiroo Dhiimmoota Komunikeeshiinii Mootummaa.
  7. Dr. Garramoo Hulluuqaa Itti gaafatamaa Biiroo Aada fi Turiizmii.
  8. Obbo Xilaahun Makuriyaa Itti gaafatamaa misooma Industirii fi Interpiraayizii
  9. Dr. Injinaar Fiqaaduu Tufaa Itti gaafatmaa Biiroo Misooma Magaalaa fi  Manneenii.
  10. Dr. Milkeessaa Miidhagaa Itti gaafatmaa Biiroo Bulchiinsaa fi Ittii Fayyadama Lafaa.
  11. Obbo Eebbaa Garbaa Itti gaafatmaa Biiroo barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa.
  12. Obbo Mulaatuu Tsiggee Itti gaafatmaa Biiroo Daldalaa
  13. Addee Fatiyaa Mohaammad Itti gaafatamtuu Biiroo Dhimma Hojjetaafi Hawaasummaa.
  14. Aadde Caaltuu Saanii Daarektara Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa.
  15. Obbo Dhaabaa Dabalee Itti gaafatmaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Umamaa.
  16. Obbo Tashoomaa Girmaa Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa ta’uun muudamaniiru

Comments are closed.