Guyyaa 19/12/2009 sa’aatti 8:20

Guyyaa 19/12/2009 sa’aatti 8:20
Roobee,Baalee

Bulchiinsa magaalaa Roobee keessatti guyyaa har’aa sochiin hawaas-diinagdee haala idila’en geggeeffamaa jira.haalli sochii Daldaalaa fi Geejjibaa akkuma durii haala baratameen gaggeeffamaa jira.