Lagannaa Lagannee!!!

Lagannaa Lagannee!!!

Eeyyuuf midhuuf Gabaa Lagannaa? Jechaa jira ummannii Oromoo.

Olola Humnootaa Faayyidaa addaa feedhii isaani guutachuuf nurratti labsaniin soobamne hiyyuummaa waliin turtii keenya dheereesuu hin barbaanu.

Rafaa hin jirru, Damaqnee jirra, Waan nuu fayyaduu fi nuu midhuu adda baafne bekna. jechaa jiru Ummanni keenya