Giiftii duree aadde Zinnaash maatii imaanaa ta’uudhan daa’ima tokko guddisuuf fudhatan

Giiftii duree aadde Zinnaash maatii imaanaa ta’uudhan daa’ima tokko guddisuuf fudhatan

Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachaw maatii imaanaa ta’uudhan daa’ima tokko guddisuuf fudhatan.

Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachaw ayyaana bara haaraa mata duree “Jaalalaan ida’amnee, bara dhuftu daa’immaniif waggaa gaarii yaa taasisnu” jedhuun Tursa Daa’immanii Qacaneetti kabajamurratti hirmaataniiru.

Daa’imman jaalala argatanii akka guddatan deeggaruun barbaachisaa ta’uu waltajjicharratti ka’eera.

Giiftii duree aadde Zinnaash sirnicharratti argamuudhan maatii imaanaa ta’anii Miiliyoon Abiy guddifachuudhaf fudhataniiru.