MIRGA ITTI FAYYADAMA ALAABAA

Mirgi itti fayydama alaabaa paartilee siyaasaa heera fi seeran kan eegameef ta’u ibsame.Guyyaa har’a walitti bu’insaa sirna simannaa Dureewwan ABO Fulbaana shani sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti uumame irratti Magaalaan Finfinnee ibse kenne.